Ar-Rahman · 58/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ar-Rahman
كَأَنَّهُنَّ الْيَاقُوتُ وَالْمَرْجَانُ ۝٥٨
ka annahunnal yaaqootu wal marjaan
📖 Afaan Oromoon
Faayaafi burjaana fakkaatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 56-60 — Suuratu Ar-Rahman

56فِيهِنَّ قَاصِرَاتُ الطَّرْفِ لَمْ يَطْمِثْهُنَّ إِنسٌ قَبْلَهُمْ وَلَا جَانٌّ
Isaan keessa (dubartoota bareeda) ija isaanii dhirsa isaanii irratti gabaabsan, kan san dura namniifi jinniin hin tuqintu jira
57فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
58كَأَنَّهُنَّ الْيَاقُوتُ وَالْمَرْجَانُ
Faayaafi burjaana fakkaatu
59فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
60هَلْ جَزَاءُ الْإِحْسَانِ إِلَّا الْإِحْسَانُ
Sila mindaan toltuu toltuu malee ni jiraa
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
58Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 58

Suuratu Ar-Rahman Aayah 58 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Faayaafi burjaana fakkaatu

Suuratu Aayah 58/78 — Suuratu Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ar-Rahman Caqasi, Suuratu Ar-Rahman Hiikkaa, Suuratu Ar-Rahman mp3, Suuratu Ar-Rahman pdf. Aayah 56–60. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers