Al-Waqi'ah · 53/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Waqi'ah
فَمَالِئُونَ مِنْهَا الْبُطُونَ ۝٥٣
Famaali`oona minhal butoon
📖 Afaan Oromoon
Ishee irraas garaa keessan guuttatoodha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 51-55 — Al-Waqi'ah

51ثُمَّ إِنَّكُمْ أَيُّهَا الضَّالُّونَ الْمُكَذِّبُونَ
Ergasii isin yaa jallattoota sobsiiftotaa
52لَآكِلُونَ مِن شَجَرٍ مِّن زَقُّومٍ
Muka Zaqquum irraa nyaatoodha
53فَمَالِئُونَ مِنْهَا الْبُطُونَ
Ishee irraas garaa keessan guuttatoodha
54فَشَارِبُونَ عَلَيْهِ مِنَ الْحَمِيمِ
Isa irrattis bishaan danfaa dhugoodha
55فَشَارِبُونَ شُرْبَ الْهِيمِ
Dhugaatii akka gaala dheebottee dhugdu
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
53Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 53

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 53 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ishee irraas garaa keessan guuttatoodha

Suuratu Aayah 53/96 — Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Waqi'ah Caqasi, Al-Waqi'ah Hiikkaa, Al-Waqi'ah mp3, Al-Waqi'ah pdf. Aayah 51–55. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers