Al-Waqi'ah · 52/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
لَآكِلُونَ مِن شَجَرٍ مِّن زَقُّومٍ ۝٥٢
La aakiloona min shaja rim min zaqqoom
📖 Afaan Oromoon
Muka Zaqquum irraa nyaatoodha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 50-54 — Suuratu Al-Waqi'ah

50لَمَجْمُوعُونَ إِلَىٰ مِيقَاتِ يَوْمٍ مَّعْلُومٍ
Beellama guyyaa beekamaa keessatti walitti qabamuuf jiru
51ثُمَّ إِنَّكُمْ أَيُّهَا الضَّالُّونَ الْمُكَذِّبُونَ
Ergasii isin yaa jallattoota sobsiiftotaa
52لَآكِلُونَ مِن شَجَرٍ مِّن زَقُّومٍ
Muka Zaqquum irraa nyaatoodha
53فَمَالِئُونَ مِنْهَا الْبُطُونَ
Ishee irraas garaa keessan guuttatoodha
54فَشَارِبُونَ عَلَيْهِ مِنَ الْحَمِيمِ
Isa irrattis bishaan danfaa dhugoodha
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
52Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 52

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 52 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Muka Zaqquum irraa nyaatoodha

Suuratu Aayah 52/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 50–54. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers