Al-Waqi'ah · 56/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
هَٰذَا نُزُلُهُمْ يَوْمَ الدِّينِ ۝٥٦
Haazaa nuzuluhum yawmad deen
📖 Afaan Oromoon
Kun simannaa isaanii kan guyyaa murtiiti

🎧 Caqasi


📜 Aayah 54-58 — Suuratu Al-Waqi'ah

54فَشَارِبُونَ عَلَيْهِ مِنَ الْحَمِيمِ
Isa irrattis bishaan danfaa dhugoodha
55فَشَارِبُونَ شُرْبَ الْهِيمِ
Dhugaatii akka gaala dheebottee dhugdu
56هَٰذَا نُزُلُهُمْ يَوْمَ الدِّينِ
Kun simannaa isaanii kan guyyaa murtiiti
57نَحْنُ خَلَقْنَاكُمْ فَلَوْلَا تُصَدِّقُونَ
Nuti isin uumnee; maaliif hin dhugoomsine
58أَفَرَأَيْتُم مَّا تُمْنُونَ
Waan (maniyyii) dhangalaaftan san mee naaf himaa
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
56Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 56

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 56 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kun simannaa isaanii kan guyyaa murtiiti

Suuratu Aayah 56/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 54–58. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers