Al-Waqi'ah · 57/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Waqi'ah
نَحْنُ خَلَقْنَاكُمْ فَلَوْلَا تُصَدِّقُونَ ۝٥٧
Nahnu khalaqnaakum falaw laa tusaddiqoon
📖 Afaan Oromoon
Nuti isin uumnee; maaliif hin dhugoomsine

🎧 Caqasi


📜 Aayah 55-59 — Al-Waqi'ah

55فَشَارِبُونَ شُرْبَ الْهِيمِ
Dhugaatii akka gaala dheebottee dhugdu
56هَٰذَا نُزُلُهُمْ يَوْمَ الدِّينِ
Kun simannaa isaanii kan guyyaa murtiiti
57نَحْنُ خَلَقْنَاكُمْ فَلَوْلَا تُصَدِّقُونَ
Nuti isin uumnee; maaliif hin dhugoomsine
58أَفَرَأَيْتُم مَّا تُمْنُونَ
Waan (maniyyii) dhangalaaftan san mee naaf himaa
59أَأَنتُمْ تَخْلُقُونَهُ أَمْ نَحْنُ الْخَالِقُونَ
Sila isintu isa uumamoo? Nutu uumoo dha
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
57Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 57

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 57 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nuti isin uumnee; maaliif hin dhugoomsine

Suuratu Aayah 57/96 — Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Waqi'ah Caqasi, Al-Waqi'ah Hiikkaa, Al-Waqi'ah mp3, Al-Waqi'ah pdf. Aayah 55–59. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers