Al-Waqi'ah · 55/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
فَشَارِبُونَ شُرْبَ الْهِيمِ ۝٥٥
Fashaariboona shurbal heem
📖 Afaan Oromoon
Dhugaatii akka gaala dheebottee dhugdu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 53-57 — Suuratu Al-Waqi'ah

53فَمَالِئُونَ مِنْهَا الْبُطُونَ
Ishee irraas garaa keessan guuttatoodha
54فَشَارِبُونَ عَلَيْهِ مِنَ الْحَمِيمِ
Isa irrattis bishaan danfaa dhugoodha
55فَشَارِبُونَ شُرْبَ الْهِيمِ
Dhugaatii akka gaala dheebottee dhugdu
56هَٰذَا نُزُلُهُمْ يَوْمَ الدِّينِ
Kun simannaa isaanii kan guyyaa murtiiti
57نَحْنُ خَلَقْنَاكُمْ فَلَوْلَا تُصَدِّقُونَ
Nuti isin uumnee; maaliif hin dhugoomsine
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
55Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 55

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 55 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugaatii akka gaala dheebottee dhugdu

Suuratu Aayah 55/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 53–57. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers