Al-Waqi'ah · 73/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
نَحْنُ جَعَلْنَاهَا تَذْكِرَةً وَمَتَاعًا لِّلْمُقْوِينَ ۝٧٣
Nahnu ja`alnaahaa tazkira tanw wa mataa`al lilmuqween
📖 Afaan Oromoon
Nuti ibidda kana gorsaafi qananii imaltoonni itti fayyadaman ishee goone

🎧 Caqasi


📜 Aayah 71-75 — Suuratu Al-Waqi'ah

71أَفَرَأَيْتُمُ النَّارَ الَّتِي تُورُونَ
Mee waa’ee ibidda qabsiifattanii san naaf himaa
72أَأَنتُمْ أَنشَأْتُمْ شَجَرَتَهَا أَمْ نَحْنُ الْمُنشِئُونَ
Sila muka ishee isintu biqilchee? Moo Nutu biqilchoo dha
73نَحْنُ جَعَلْنَاهَا تَذْكِرَةً وَمَتَاعًا لِّلْمُقْوِينَ
Nuti ibidda kana gorsaafi qananii imaltoonni itti fayyadaman ishee goone
74فَسَبِّحْ بِاسْمِ رَبِّكَ الْعَظِيمِ
Maqaa Gooftaa kee Isa guddaa faarsi
75۞ فَلَا أُقْسِمُ بِمَوَاقِعِ النُّجُومِ
Seensa urjiiwwaniitiniin kakadha
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
73Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 73

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 73 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nuti ibidda kana gorsaafi qananii imaltoonni itti fayyadaman ishee goone

Suuratu Aayah 73/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 71–75. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers