Al-Waqi'ah · 74/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Waqi'ah
فَسَبِّحْ بِاسْمِ رَبِّكَ الْعَظِيمِ ۝٧٤
Fasabbih bismi Rabbikal `azeem
📖 Afaan Oromoon
Maqaa Gooftaa kee Isa guddaa faarsi
🎧 Caqasi

📜 Aayah 72-76 — Al-Waqi'ah

72أَأَنتُمْ أَنشَأْتُمْ شَجَرَتَهَا أَمْ نَحْنُ الْمُنشِئُونَ
Sila muka ishee isintu biqilchee? Moo Nutu biqilchoo dha
73نَحْنُ جَعَلْنَاهَا تَذْكِرَةً وَمَتَاعًا لِّلْمُقْوِينَ
Nuti ibidda kana gorsaafi qananii imaltoonni itti fayyadaman ishee goone
74فَسَبِّحْ بِاسْمِ رَبِّكَ الْعَظِيمِ
Maqaa Gooftaa kee Isa guddaa faarsi
75۞ فَلَا أُقْسِمُ بِمَوَاقِعِ النُّجُومِ
Seensa urjiiwwaniitiniin kakadha
76وَإِنَّهُ لَقَسَمٌ لَّوْ تَعْلَمُونَ عَظِيمٌ
Inni dhugumatti, odoo kan beektan ta’ee kakuu guddaadha
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
74Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 74

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 74 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Maqaa Gooftaa kee Isa guddaa faarsi

Suuratu Aayah 74/96 — Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Waqi'ah Caqasi, Al-Waqi'ah Hiikkaa, Al-Waqi'ah mp3, Al-Waqi'ah pdf. Aayah 72–76. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers