Al-Waqi'ah · 72/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
أَأَنتُمْ أَنشَأْتُمْ شَجَرَتَهَا أَمْ نَحْنُ الْمُنشِئُونَ ۝٧٢
A-antum anshaatum shajaratahaaa am nahnul munshi`oon
📖 Afaan Oromoon
Sila muka ishee isintu biqilchee? Moo Nutu biqilchoo dha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 70-74 — Suuratu Al-Waqi'ah

70لَوْ نَشَاءُ جَعَلْنَاهُ أُجَاجًا فَلَوْلَا تَشْكُرُونَ
Odoo feenee soogiddoo (kuraawaa) isa taasifnaSila maaliif (Rabbiin) hin galatoomfanne
71أَفَرَأَيْتُمُ النَّارَ الَّتِي تُورُونَ
Mee waa’ee ibidda qabsiifattanii san naaf himaa
72أَأَنتُمْ أَنشَأْتُمْ شَجَرَتَهَا أَمْ نَحْنُ الْمُنشِئُونَ
Sila muka ishee isintu biqilchee? Moo Nutu biqilchoo dha
73نَحْنُ جَعَلْنَاهَا تَذْكِرَةً وَمَتَاعًا لِّلْمُقْوِينَ
Nuti ibidda kana gorsaafi qananii imaltoonni itti fayyadaman ishee goone
74فَسَبِّحْ بِاسْمِ رَبِّكَ الْعَظِيمِ
Maqaa Gooftaa kee Isa guddaa faarsi
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
72Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 72

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 72 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila muka ishee isintu biqilchee? Moo Nutu biqilchoo dha

Suuratu Aayah 72/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 70–74. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers