Al-An'am · 133/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
وَرَبُّكَ الْغَنِيُّ ذُو الرَّحْمَةِ ۚ إِن يَشَأْ يُذْهِبْكُمْ وَيَسْتَخْلِفْ مِن بَعْدِكُم مَّا يَشَاءُ كَمَا أَنشَأَكُم مِّن ذُرِّيَّةِ قَوْمٍ آخَرِينَ ۝١٣٣
Wa Rabbukal ghaniyyu zur rahmah; iny yashaaa yuz hibkum wa yastakhlif mim ba`dikum wa yastakhlif mim ba`dikum maa yashaaa`u kamaaa ansha akum min zurriyyati qawmin aakhareen
📖 Afaan Oromoon
Gooftaan kees dureessa, abbaa rahmataatiAkkuma isin sanyii ummata biraa irraa argamsiise, yoo fedhe, isin adeemsiseetiin (dhabamsiisetiin) isin booda waan fedhe bakka buusa
🎧 Caqasi

📜 Aayah 131-135 — Al-An'am

131ذَٰلِكَ أَن لَّمْ يَكُن رَّبُّكَ مُهْلِكَ الْقُرَىٰ بِظُلْمٍ وَأَهْلُهَا غَافِلُونَ
Kun waan Gooftaan kee ganda tokko haala warri ishee dagataa taeen, badii (isheetiif jecha) kan balleessu hin tainiifi
132وَلِكُلٍّ دَرَجَاتٌ مِّمَّا عَمِلُوا ۚ وَمَا رَبُّكَ بِغَافِلٍ عَمَّا يَعْمَلُونَ
Hundaafuu waan hojjattan irraa sadarkaaleetu jiraGooftaan keetis waan isaan dalagan irraa dagataa miti
133وَرَبُّكَ الْغَنِيُّ ذُو الرَّحْمَةِ ۚ إِن يَشَأْ يُذْهِبْكُمْ وَيَسْتَخْلِفْ مِن بَعْدِكُم مَّا يَشَاءُ كَمَا أَنشَأَكُم مِّن ذُرِّيَّةِ قَوْمٍ آخَرِينَ
Gooftaan kees dureessa, abbaa rahmataatiAkkuma isin sanyii ummata biraa irraa argamsiise, yoo fedhe, isin adeemsiseetiin (dhabamsiisetiin) isin booda waan fedhe bakka buusa
134إِنَّ مَا تُوعَدُونَ لَآتٍ ۖ وَمَا أَنتُم بِمُعْجِزِينَ
Dhugumatti, wanti waadaa isiniif galame dhufaadhaIsinis kan (adabbii irraa) maqsitanii miti
135قُلْ يَا قَوْمِ اعْمَلُوا عَلَىٰ مَكَانَتِكُمْ إِنِّي عَامِلٌ ۖ فَسَوْفَ تَعْلَمُونَ مَن تَكُونُ لَهُ عَاقِبَةُ الدَّارِ ۗ إِنَّهُ لَا يُفْلِحُ الظَّالِمُونَ
Yaa ummata kiyya! Akkaataa adeemsa keessanii irratti dalagaa; Anis dalagaadhaNamni manni booddee isaaf ta’u eenyuun akka ta’e fuulduratti ni beektuDhugumatti, miidhaa hojjattoonni hin milkaa’anu" jedhi
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
133Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 133

Suuratu Al-An'am Aayah 133 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gooftaan kees dureessa, abbaa rahmataatiAkkuma isin sanyii ummata biraa irraa…

Suuratu Aayah 133/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 131–135. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers