Al-Qalam · 29/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Qalam
قَالُوا سُبْحَانَ رَبِّنَا إِنَّا كُنَّا ظَالِمِينَ ۝٢٩
Qaaloo subhaana rabbinaaa innaa kunnaa zaalimeen
📖 Afaan Oromoon
Gooftaan keenya qulqullaae; dhugumatti, nuti miidhaa hojjattoota taaneerra" jedhan
🎧 Caqasi

📜 Aayah 27-31 — Al-Qalam

27بَلْ نَحْنُ مَحْرُومُونَ
Inumaayyuu nuti hoongeffamoodha
28قَالَ أَوْسَطُهُمْ أَلَمْ أَقُل لَّكُمْ لَوْلَا تُسَبِّحُونَ
Irra filatamaan isaanii "sila maaliif siinoo hin baafne (yoo Rabbiin fedhe hin jenne) isiniin jedhee hin turree?" jedhe
29قَالُوا سُبْحَانَ رَبِّنَا إِنَّا كُنَّا ظَالِمِينَ
Gooftaan keenya qulqullaae; dhugumatti, nuti miidhaa hojjattoota taaneerra" jedhan
30فَأَقْبَلَ بَعْضُهُمْ عَلَىٰ بَعْضٍ يَتَلَاوَمُونَ
Kan wal komatan ta’anii gariin isaanii garii irratti garagale
31قَالُوا يَا وَيْلَنَا إِنَّا كُنَّا طَاغِينَ
Ni jedhan: "yaa badii keenya! Nuti dhugumatti, daangaa dabritoota
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
29Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 29

Suuratu Al-Qalam Aayah 29 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gooftaan keenya qulqullaae; dhugumatti, nuti miidhaa hojjattoota taaneerra" jedhan

Suuratu Aayah 29/52 — Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Qalam Caqasi, Al-Qalam Hiikkaa, Al-Qalam mp3, Al-Qalam pdf. Aayah 27–31. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers