Al-Haqqah · 4/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
كَذَّبَتْ ثَمُودُ وَعَادٌ بِالْقَارِعَةِ ۝٤
Kazzabat samoodu wa `Aadum bil qaari`ah
📖 Afaan Oromoon
(Ummanni) Samuudiifi Aad rukuttuu qalbii (Qiyaamaa) sobsiisaniiru

🎧 Caqasi


📜 Aayah 2-6 — Suuratu Al-Haqqah

2مَا الْحَاقَّةُ
Mirkaneessituttiin maali
3وَمَا أَدْرَاكَ مَا الْحَاقَّةُ
Mirkaneessituttiin maal akka taate maaltu si beeksise
4كَذَّبَتْ ثَمُودُ وَعَادٌ بِالْقَارِعَةِ
(Ummanni) Samuudiifi Aad rukuttuu qalbii (Qiyaamaa) sobsiisaniiru
5فَأَمَّا ثَمُودُ فَأُهْلِكُوا بِالطَّاغِيَةِ
Samuudis iyya daangaa darbaadhaan balleeffaman
6وَأَمَّا عَادٌ فَأُهْلِكُوا بِرِيحٍ صَرْصَرٍ عَاتِيَةٍ
Aad immoo qilleensa sagalee cimaa akkaan bubbisuun balleeffaman
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
4Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 4

Suuratu Al-Haqqah Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Ummanni) Samuudiifi Aad rukuttuu qalbii (Qiyaamaa) sobsiisaniiru

Suuratu Aayah 4/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 2–6. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers