Al-Haqqah · 3/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
وَمَا أَدْرَاكَ مَا الْحَاقَّةُ ۝٣
Wa maaa adraaka mal haaaqqah
📖 Afaan Oromoon
Mirkaneessituttiin maal akka taate maaltu si beeksise

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-5 — Suuratu Al-Haqqah

1الْحَاقَّةُ
Mirkaneessituun
2مَا الْحَاقَّةُ
Mirkaneessituttiin maali
3وَمَا أَدْرَاكَ مَا الْحَاقَّةُ
Mirkaneessituttiin maal akka taate maaltu si beeksise
4كَذَّبَتْ ثَمُودُ وَعَادٌ بِالْقَارِعَةِ
(Ummanni) Samuudiifi Aad rukuttuu qalbii (Qiyaamaa) sobsiisaniiru
5فَأَمَّا ثَمُودُ فَأُهْلِكُوا بِالطَّاغِيَةِ
Samuudis iyya daangaa darbaadhaan balleeffaman
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 3

Suuratu Al-Haqqah Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Mirkaneessituttiin maal akka taate maaltu si beeksise

Suuratu Aayah 3/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers