Al-Haqqah · 7/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
سَخَّرَهَا عَلَيْهِمْ سَبْعَ لَيَالٍ وَثَمَانِيَةَ أَيَّامٍ حُسُومًا فَتَرَى الْقَوْمَ فِيهَا صَرْعَىٰ كَأَنَّهُمْ أَعْجَازُ نَخْلٍ خَاوِيَةٍ ۝٧
Sakhkharahaa `alaihim sab`a la yaalinw wa samaaniyata ayyaamin husooman fataral qawma feehaa sar`aa ka annahum a`jaazu nakhlin khaawiyah
📖 Afaan Oromoon
Halkan torbaafi guyyaa saddeetiif walitti aansee isaan irratti ergeIshee keessatti ummata kan jirma timiraa hundeen buqqifame fakkaatanii kukkufan argita

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 5-9 — Suuratu Al-Haqqah

5فَأَمَّا ثَمُودُ فَأُهْلِكُوا بِالطَّاغِيَةِ
Samuudis iyya daangaa darbaadhaan balleeffaman
6وَأَمَّا عَادٌ فَأُهْلِكُوا بِرِيحٍ صَرْصَرٍ عَاتِيَةٍ
Aad immoo qilleensa sagalee cimaa akkaan bubbisuun balleeffaman
7سَخَّرَهَا عَلَيْهِمْ سَبْعَ لَيَالٍ وَثَمَانِيَةَ أَيَّامٍ حُسُومًا فَتَرَى الْقَوْمَ فِيهَا صَرْعَىٰ كَأَنَّهُمْ أَعْجَازُ نَخْلٍ خَاوِيَةٍ
Halkan torbaafi guyyaa saddeetiif walitti aansee isaan irratti ergeIshee keessatti ummata kan jirma timiraa hundeen buqqifame fakkaatanii kukkufan argita
8فَهَلْ تَرَىٰ لَهُم مِّن بَاقِيَةٍ
Sila isaan irraa haftee wahii ni argitaa
9وَجَاءَ فِرْعَوْنُ وَمَن قَبْلَهُ وَالْمُؤْتَفِكَاتُ بِالْخَاطِئَةِ
Firawn, warri isa duraatiifi (gandoonni) gombifamtoonnis diliidhaan dhufan
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
7Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 7

Suuratu Al-Haqqah Aayah 7 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Halkan torbaafi guyyaa saddeetiif walitti aansee isaan irratti ergeIshee keessatti…

Suuratu Aayah 7/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 5–9. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers