Al-Haqqah · 6/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
وَأَمَّا عَادٌ فَأُهْلِكُوا بِرِيحٍ صَرْصَرٍ عَاتِيَةٍ ۝٦
Wa ammaa `Aadun fa uhlikoo bireehin sarsarin `aatiyah
📖 Afaan Oromoon
Aad immoo qilleensa sagalee cimaa akkaan bubbisuun balleeffaman

🎧 Caqasi


📜 Aayah 4-8 — Suuratu Al-Haqqah

4كَذَّبَتْ ثَمُودُ وَعَادٌ بِالْقَارِعَةِ
(Ummanni) Samuudiifi Aad rukuttuu qalbii (Qiyaamaa) sobsiisaniiru
5فَأَمَّا ثَمُودُ فَأُهْلِكُوا بِالطَّاغِيَةِ
Samuudis iyya daangaa darbaadhaan balleeffaman
6وَأَمَّا عَادٌ فَأُهْلِكُوا بِرِيحٍ صَرْصَرٍ عَاتِيَةٍ
Aad immoo qilleensa sagalee cimaa akkaan bubbisuun balleeffaman
7سَخَّرَهَا عَلَيْهِمْ سَبْعَ لَيَالٍ وَثَمَانِيَةَ أَيَّامٍ حُسُومًا فَتَرَى الْقَوْمَ فِيهَا صَرْعَىٰ كَأَنَّهُمْ أَعْجَازُ نَخْلٍ خَاوِيَةٍ
Halkan torbaafi guyyaa saddeetiif walitti aansee isaan irratti ergeIshee keessatti ummata kan jirma timiraa hundeen buqqifame fakkaatanii kukkufan argita
8فَهَلْ تَرَىٰ لَهُم مِّن بَاقِيَةٍ
Sila isaan irraa haftee wahii ni argitaa
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
6Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 6

Suuratu Al-Haqqah Aayah 6 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Aad immoo qilleensa sagalee cimaa akkaan bubbisuun balleeffaman

Suuratu Aayah 6/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 4–8. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers