Al-A'raf · 182/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-A'raf
وَالَّذِينَ كَذَّبُوا بِآيَاتِنَا سَنَسْتَدْرِجُهُم مِّنْ حَيْثُ لَا يَعْلَمُونَ ۝١٨٢
Wallazeena kazzaboo bi Aayaatinaa sanastadrijuhum min haisu laa ya`lamoon
📖 Afaan Oromoon
Isaannan keeyyattoota keenya kijibsiisan, Nuti karaa isaan hin beekne irraan sadarkaa sadarkaadhaan isaan qabna
🎧 Caqasi

📜 Aayah 180-184 — Al-A'raf

180وَلِلَّهِ الْأَسْمَاءُ الْحُسْنَىٰ فَادْعُوهُ بِهَا ۖ وَذَرُوا الَّذِينَ يُلْحِدُونَ فِي أَسْمَائِهِ ۚ سَيُجْزَوْنَ مَا كَانُوا يَعْمَلُونَ
Rabbiif maqaalee gaariitu jiruIsheedhaan Isa kadhaaWarra maqaalee Isaa jallisanis dhiisaaWaan dalagaa turan fuulduratti mindeffamu
181وَمِمَّنْ خَلَقْنَا أُمَّةٌ يَهْدُونَ بِالْحَقِّ وَبِهِ يَعْدِلُونَ
Namoota Nuti uumne irraa, ummata dhugaan qajeelaniifi isaanis haqa murteessantu jiru
182وَالَّذِينَ كَذَّبُوا بِآيَاتِنَا سَنَسْتَدْرِجُهُم مِّنْ حَيْثُ لَا يَعْلَمُونَ
Isaannan keeyyattoota keenya kijibsiisan, Nuti karaa isaan hin beekne irraan sadarkaa sadarkaadhaan isaan qabna
183وَأُمْلِي لَهُمْ ۚ إِنَّ كَيْدِي مَتِينٌ
Yeroos isaaniifin kenna; Dhugumatti, tooftaan kiyya cimaadha
184أَوَلَمْ يَتَفَكَّرُوا ۗ مَا بِصَاحِبِهِم مِّن جِنَّةٍ ۚ إِنْ هُوَ إِلَّا نَذِيرٌ مُّبِينٌ
Sila isaan Nabiyyii isaaniitti maraa-tummaan dhibamuu hin xiinxalanuu? Inni akeekkachiisaa ifa galaa malee homaa miti
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
182Aayah

Hiikkaa — Al-A'raf 182

Suuratu Al-A'raf Aayah 182 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaannan keeyyattoota keenya kijibsiisan, Nuti karaa isaan hin beekne irraan…

Suuratu Aayah 182/206 — Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-A'raf Caqasi, Al-A'raf Hiikkaa, Al-A'raf mp3, Al-A'raf pdf. Aayah 180–184. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers