Al-Ma'arij · 23/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ma'arij
الَّذِينَ هُمْ عَلَىٰ صَلَاتِهِمْ دَائِمُونَ ۝٢٣
Allazeena hum `alaa Salaatihim daaa`imoon
📖 Afaan Oromoon
Isaan salaata isaanii irratti gadi dhaabbatan (dawwaman malee)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 21-25 — Suuratu Al-Ma'arij

21وَإِذَا مَسَّهُ الْخَيْرُ مَنُوعًا
Yeroo wanti gaariin isa tuqe immoo dhorgataadha
22إِلَّا الْمُصَلِّينَ
Warra sagadan malee
23الَّذِينَ هُمْ عَلَىٰ صَلَاتِهِمْ دَائِمُونَ
Isaan salaata isaanii irratti gadi dhaabbatan (dawwaman malee)
24وَالَّذِينَ فِي أَمْوَالِهِمْ حَقٌّ مَّعْلُومٌ
Isaan qabeenya isaanii keessa mirgi beekamaan jiru
25لِّلسَّائِلِ وَالْمَحْرُومِ
Kadhataafi hiyyeessa hin kadhanneef
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
23Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 23

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 23 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan salaata isaanii irratti gadi dhaabbatan (dawwaman malee)

Suuratu Aayah 23/44 — Suuratu Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ma'arij Caqasi, Suuratu Al-Ma'arij Hiikkaa, Suuratu Al-Ma'arij mp3, Suuratu Al-Ma'arij pdf. Aayah 21–25. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers