Al-Ma'arij · 27/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Ma'arij
وَالَّذِينَ هُم مِّنْ عَذَابِ رَبِّهِم مُّشْفِقُونَ ۝٢٧
Wallazeena hum min `azaabi Rabbihim mushfiqoon
📖 Afaan Oromoon
Isaan adabbii Gooftaa isaanii sodaatan(malee kan biroo obsa dhabaa dha)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 25-29 — Al-Ma'arij

25لِّلسَّائِلِ وَالْمَحْرُومِ
Kadhataafi hiyyeessa hin kadhanneef
26وَالَّذِينَ يُصَدِّقُونَ بِيَوْمِ الدِّينِ
Isaan Guyyaa Murtii dhugoomsan
27وَالَّذِينَ هُم مِّنْ عَذَابِ رَبِّهِم مُّشْفِقُونَ
Isaan adabbii Gooftaa isaanii sodaatan(malee kan biroo obsa dhabaa dha)
28إِنَّ عَذَابَ رَبِّهِمْ غَيْرُ مَأْمُونٍ
Dhugumatti, adabbiin Gooftaa isaanii amanamaa miti
29وَالَّذِينَ هُمْ لِفُرُوجِهِمْ حَافِظُونَ
Isaan qaama saalaa isaanii tiiksan
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
27Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 27

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 27 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan adabbii Gooftaa isaanii sodaatan(malee kan biroo obsa dhabaa dha)

Suuratu Aayah 27/44 — Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Ma'arij Caqasi, Al-Ma'arij Hiikkaa, Al-Ma'arij mp3, Al-Ma'arij pdf. Aayah 25–29. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, August 19, 2026

Don't forget us in your sincere prayers