Al-Ma'arij · 28/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Ma'arij
إِنَّ عَذَابَ رَبِّهِمْ غَيْرُ مَأْمُونٍ ۝٢٨
Inna `azaaba Rabbihim ghairu maamoon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, adabbiin Gooftaa isaanii amanamaa miti
🎧 Caqasi

📜 Aayah 26-30 — Al-Ma'arij

26وَالَّذِينَ يُصَدِّقُونَ بِيَوْمِ الدِّينِ
Isaan Guyyaa Murtii dhugoomsan
27وَالَّذِينَ هُم مِّنْ عَذَابِ رَبِّهِم مُّشْفِقُونَ
Isaan adabbii Gooftaa isaanii sodaatan(malee kan biroo obsa dhabaa dha)
28إِنَّ عَذَابَ رَبِّهِمْ غَيْرُ مَأْمُونٍ
Dhugumatti, adabbiin Gooftaa isaanii amanamaa miti
29وَالَّذِينَ هُمْ لِفُرُوجِهِمْ حَافِظُونَ
Isaan qaama saalaa isaanii tiiksan
30إِلَّا عَلَىٰ أَزْوَاجِهِمْ أَوْ مَا مَلَكَتْ أَيْمَانُهُمْ فَإِنَّهُمْ غَيْرُ مَلُومِينَ
Niitolii isaanii yookiin waan mirgi isaanii horatan irratti malee; dhugumatti, isaan komatamoo miti
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
28Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 28

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 28 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, adabbiin Gooftaa isaanii amanamaa miti

Suuratu Aayah 28/44 — Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Ma'arij Caqasi, Al-Ma'arij Hiikkaa, Al-Ma'arij mp3, Al-Ma'arij pdf. Aayah 26–30. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers