Al-Ma'arij · 26/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Ma'arij
وَالَّذِينَ يُصَدِّقُونَ بِيَوْمِ الدِّينِ ۝٢٦
Wallazeena yusaddiqoona bi yawmid Deen
📖 Afaan Oromoon
Isaan Guyyaa Murtii dhugoomsan
🎧 Caqasi

📜 Aayah 24-28 — Al-Ma'arij

24وَالَّذِينَ فِي أَمْوَالِهِمْ حَقٌّ مَّعْلُومٌ
Isaan qabeenya isaanii keessa mirgi beekamaan jiru
25لِّلسَّائِلِ وَالْمَحْرُومِ
Kadhataafi hiyyeessa hin kadhanneef
26وَالَّذِينَ يُصَدِّقُونَ بِيَوْمِ الدِّينِ
Isaan Guyyaa Murtii dhugoomsan
27وَالَّذِينَ هُم مِّنْ عَذَابِ رَبِّهِم مُّشْفِقُونَ
Isaan adabbii Gooftaa isaanii sodaatan(malee kan biroo obsa dhabaa dha)
28إِنَّ عَذَابَ رَبِّهِمْ غَيْرُ مَأْمُونٍ
Dhugumatti, adabbiin Gooftaa isaanii amanamaa miti
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
26Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 26

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 26 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan Guyyaa Murtii dhugoomsan

Suuratu Aayah 26/44 — Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Ma'arij Caqasi, Al-Ma'arij Hiikkaa, Al-Ma'arij mp3, Al-Ma'arij pdf. Aayah 24–28. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers