Nuh · 28/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Nuh
رَّبِّ اغْفِرْ لِي وَلِوَالِدَيَّ وَلِمَن دَخَلَ بَيْتِيَ مُؤْمِنًا وَلِلْمُؤْمِنِينَ وَالْمُؤْمِنَاتِ وَلَا تَزِدِ الظَّالِمِينَ إِلَّا تَبَارًا ۝٢٨
Rabbigh fir lee wa liwaa lidaiya wa liman dakhala baitiya mu`minanw wa lil mu`mineena wal mu`minaati wa laa tazidiz zaalimeena illaa tabaaraa
📖 Afaan Oromoon
Gooftaa kiyya! Anaaf, abbaafi haadha kiyyaaf, nama mu’umina taee mana kiyya seeneef, muuminootaafi muumintittiifis araaramiKaafirootaafis badii malee hin dabalin.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 26-28 — Suuratu Nuh

26وَقَالَ نُوحٌ رَّبِّ لَا تَذَرْ عَلَى الْأَرْضِ مِنَ الْكَافِرِينَ دَيَّارًا
Nuuhiin ni jedhe: "Gooftaa kiyya! Kaafiroota irraa nama tokkollee dachii irratti hin dhiisin
27إِنَّكَ إِن تَذَرْهُمْ يُضِلُّوا عِبَادَكَ وَلَا يَلِدُوا إِلَّا فَاجِرًا كَفَّارًا
Yoo Ati isaan hambifte gabroota Kee jallisu; dilaawoo akkaan kaafira tae malees hin dhalan (hin horan)
28رَّبِّ اغْفِرْ لِي وَلِوَالِدَيَّ وَلِمَن دَخَلَ بَيْتِيَ مُؤْمِنًا وَلِلْمُؤْمِنِينَ وَالْمُؤْمِنَاتِ وَلَا تَزِدِ الظَّالِمِينَ إِلَّا تَبَارًا
Gooftaa kiyya! Anaaf, abbaafi haadha kiyyaaf, nama mu’umina taee mana kiyya seeneef, muuminootaafi muumintittiifis araaramiKaafirootaafis badii malee hin dabalin.”
NuhTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
28Aayah

Hiikkaa — Nuh 28

Suuratu Nuh Aayah 28 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gooftaa kiyya! Anaaf, abbaafi haadha kiyyaaf, nama mu’umina taee mana…

Suuratu Aayah 28/28 — Suuratu Nuh نوح (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Nuh Caqasi, Suuratu Nuh Hiikkaa, Suuratu Nuh mp3, Suuratu Nuh pdf. Aayah 26–28. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers