Nuh · 27/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Nuh
إِنَّكَ إِن تَذَرْهُمْ يُضِلُّوا عِبَادَكَ وَلَا يَلِدُوا إِلَّا فَاجِرًا كَفَّارًا ۝٢٧
Innaka in tazarhum yudil loo `ibaadaka wa laa yalidooo illaa faajiran kaffaaraa
📖 Afaan Oromoon
Yoo Ati isaan hambifte gabroota Kee jallisu; dilaawoo akkaan kaafira tae malees hin dhalan (hin horan)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 25-28 — Suuratu Nuh

25مِّمَّا خَطِيئَاتِهِمْ أُغْرِقُوا فَأُدْخِلُوا نَارًا فَلَمْ يَجِدُوا لَهُم مِّن دُونِ اللَّهِ أَنصَارًا
Diliiwwan isaanii irraa kan kae, bishaaniin nyaachifamanii ibidda seensifamanRabbiin alatti tumsitoota isaaniif hin arganne
26وَقَالَ نُوحٌ رَّبِّ لَا تَذَرْ عَلَى الْأَرْضِ مِنَ الْكَافِرِينَ دَيَّارًا
Nuuhiin ni jedhe: "Gooftaa kiyya! Kaafiroota irraa nama tokkollee dachii irratti hin dhiisin
27إِنَّكَ إِن تَذَرْهُمْ يُضِلُّوا عِبَادَكَ وَلَا يَلِدُوا إِلَّا فَاجِرًا كَفَّارًا
Yoo Ati isaan hambifte gabroota Kee jallisu; dilaawoo akkaan kaafira tae malees hin dhalan (hin horan)
28رَّبِّ اغْفِرْ لِي وَلِوَالِدَيَّ وَلِمَن دَخَلَ بَيْتِيَ مُؤْمِنًا وَلِلْمُؤْمِنِينَ وَالْمُؤْمِنَاتِ وَلَا تَزِدِ الظَّالِمِينَ إِلَّا تَبَارًا
Gooftaa kiyya! Anaaf, abbaafi haadha kiyyaaf, nama mu’umina taee mana kiyya seeneef, muuminootaafi muumintittiifis araaramiKaafirootaafis badii malee hin dabalin.”
NuhTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
27Aayah

Hiikkaa — Nuh 27

Suuratu Nuh Aayah 27 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo Ati isaan hambifte gabroota Kee jallisu; dilaawoo akkaan kaafira…

Suuratu Aayah 27/28 — Suuratu Nuh نوح (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Nuh Caqasi, Suuratu Nuh Hiikkaa, Suuratu Nuh mp3, Suuratu Nuh pdf. Aayah 25–28. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers