Al-Jinn · 3/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Jinn
وَأَنَّهُۥ تَعَٰلَىٰ جَدُّ رَبِّنَا مَا ٱتَّخَذَ صَٰحِبَةً وَلَا وَلَدًا  ۝٣
Wa annahoo Ta`aalaa jaddu Rabbinaa mat takhaza saahibatanw wa la waladaa
📖 Afaan Oromoon
Inumaa kabajaan Gooftaa keenyaa dhugumatti guddateera; niitiis taee ilmoo hin godhanne
🎧 Caqasi

📜 Aayah 1-5 — Al-Jinn

1قُلۡ أُوحِيَ إِلَيَّ أَنَّهُ ٱسۡتَمَعَ نَفَرٌ مِّنَ ٱلۡجِنِّ فَقَالُوٓاْ إِنَّا سَمِعۡنَا قُرۡءَانًا عَجَبًا 
(Yaa Muhammad SAW!) Gareen jinnii irraa taan (Quraana) dhageeffatanii (akkana) jedhaniin wahyiin natti godhameera jedhi: “nuti dhugumatti, Quraana dinqisiisaa dhageenye
2يَهۡدِيٓ إِلَى ٱلرُّشۡدِ فَـَٔامَنَّا بِهِۦۖ وَلَن نُّشۡرِكَ بِرَبِّنَآ أَحَدًا 
[Inni] gara karaa sirriitti qajeelcha; kanaafuu, isatti amanneerraGooftaa keenyattis waan tokkollee hin qindeessinu
3وَأَنَّهُۥ تَعَٰلَىٰ جَدُّ رَبِّنَا مَا ٱتَّخَذَ صَٰحِبَةً وَلَا وَلَدًا 
Inumaa kabajaan Gooftaa keenyaa dhugumatti guddateera; niitiis taee ilmoo hin godhanne
4وَأَنَّهُۥ كَانَ يَقُولُ سَفِيهُنَا عَلَى ٱللَّهِ شَطَطًا 
Gowwoonni keenya Rabbi irratti soba dubbatu turan
5وَأَنَّا ظَنَنَّآ أَن لَّن تَقُولَ ٱلۡإِنسُ وَٱلۡجِنُّ عَلَى ٱللَّهِ كَذِبًا 
Nuti immoo namoonniifi jinnoonni Rabbi irratti soba hin dubbatanu jechuu yaanne
Al-JinnTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Al-Jinn 3

Suuratu Aayah 3/28 — Al-Jinn الجن (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Jinn Caqasi, Al-Jinn Hiikkaa, Al-Jinn mp3, Al-Jinn pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers