Al-Muzzammil · 5/20
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Muzzammil
إِنَّا سَنُلْقِي عَلَيْكَ قَوْلًا ثَقِيلًا ۝٥
Innaa sanulqee `alika qawalan saqeelaa
📖 Afaan Oromoon
Nuti jecha ulfaataa sirratti buusuuf jirra

🎧 Caqasi


📜 Aayah 3-7 — Suuratu Al-Muzzammil

3نِّصْفَهُ أَوِ انقُصْ مِنْهُ قَلِيلًا
Walakkaa isaa (dhaabbadhu) yookiin xiqqoo isa irraa hir’isi
4أَوْ زِدْ عَلَيْهِ وَرَتِّلِ الْقُرْآنَ تَرْتِيلًا
Yookiin isa irratti dabaliQuraanas suutaan dubbisi
5إِنَّا سَنُلْقِي عَلَيْكَ قَوْلًا ثَقِيلًا
Nuti jecha ulfaataa sirratti buusuuf jirra
6إِنَّ نَاشِئَةَ اللَّيْلِ هِيَ أَشَدُّ وَطْئًا وَأَقْوَمُ قِيلًا
Dhugumatti, kaumsi halkanii (arrabaafi qalbii) wal simachiisuutti akkaan jabaafi dubbisuufis qajeelaadha
7إِنَّ لَكَ فِي النَّهَارِ سَبْحًا طَوِيلًا
Guyyaa keessa (dhimma jireenyaatiif) sochii dheeraatu siif jira
Al-MuzzammilTarreeffama Qur'ana
20Aayah
MeccanRevelation
5Aayah

Hiikkaa — Al-Muzzammil 5

Suuratu Al-Muzzammil Aayah 5 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nuti jecha ulfaataa sirratti buusuuf jirra

Suuratu Aayah 5/20 — Suuratu Al-Muzzammil المزمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Muzzammil Caqasi, Suuratu Al-Muzzammil Hiikkaa, Suuratu Al-Muzzammil mp3, Suuratu Al-Muzzammil pdf. Aayah 3–7. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers