Al-Muzzammil · 6/20
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Muzzammil
إِنَّ نَاشِئَةَ اللَّيْلِ هِيَ أَشَدُّ وَطْئًا وَأَقْوَمُ قِيلًا ۝٦
Inn naashi`atal laili hiya ashadddu wat anw wa aqwamu qeelaa
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, kaumsi halkanii (arrabaafi qalbii) wal simachiisuutti akkaan jabaafi dubbisuufis qajeelaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 4-8 — Suuratu Al-Muzzammil

4أَوْ زِدْ عَلَيْهِ وَرَتِّلِ الْقُرْآنَ تَرْتِيلًا
Yookiin isa irratti dabaliQuraanas suutaan dubbisi
5إِنَّا سَنُلْقِي عَلَيْكَ قَوْلًا ثَقِيلًا
Nuti jecha ulfaataa sirratti buusuuf jirra
6إِنَّ نَاشِئَةَ اللَّيْلِ هِيَ أَشَدُّ وَطْئًا وَأَقْوَمُ قِيلًا
Dhugumatti, kaumsi halkanii (arrabaafi qalbii) wal simachiisuutti akkaan jabaafi dubbisuufis qajeelaadha
7إِنَّ لَكَ فِي النَّهَارِ سَبْحًا طَوِيلًا
Guyyaa keessa (dhimma jireenyaatiif) sochii dheeraatu siif jira
8وَاذْكُرِ اسْمَ رَبِّكَ وَتَبَتَّلْ إِلَيْهِ تَبْتِيلًا
Maqaa Gooftaa keetiis faarsi; gara isaattis citiinsa citi
Al-MuzzammilTarreeffama Qur'ana
20Aayah
MeccanRevelation
6Aayah

Hiikkaa — Al-Muzzammil 6

Suuratu Al-Muzzammil Aayah 6 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, kaumsi halkanii (arrabaafi qalbii) wal simachiisuutti akkaan jabaafi dubbisuufis…

Suuratu Aayah 6/20 — Suuratu Al-Muzzammil المزمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Muzzammil Caqasi, Suuratu Al-Muzzammil Hiikkaa, Suuratu Al-Muzzammil mp3, Suuratu Al-Muzzammil pdf. Aayah 4–8. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers