Al-Qiyamah · 28/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qiyamah
وَظَنَّ أَنَّهُ الْفِرَاقُ ۝٢٨
Wa zanna annahul firaaq
📖 Afaan Oromoon
(Namni duaa jiru sun) ‘dhugumatti, inni (addunyaa kana irraa) adda bauu dha’ jechuu yeroo mirkaneeffate

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 26-30 — Suuratu Al-Qiyamah

26كَلَّا إِذَا بَلَغَتِ التَّرَاقِيَ
Dhaga’aa! Yeroo (lubbuun bauuf) kokkee bira geesse
27وَقِيلَ مَنْ ۜ رَاقٍ
(Yeroo) "eenyutu isa yaala?" jedhame
28وَظَنَّ أَنَّهُ الْفِرَاقُ
(Namni duaa jiru sun) ‘dhugumatti, inni (addunyaa kana irraa) adda bauu dha’ jechuu yeroo mirkaneeffate
29وَالْتَفَّتِ السَّاقُ بِالسَّاقِ
(Yeroo) mogoleen mogoleetti maramte
30إِلَىٰ رَبِّكَ يَوْمَئِذٍ الْمَسَاقُ
Guyyaa san oofamiinsi gara Gooftaa keetiiti
Al-QiyamahTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
28Aayah

Hiikkaa — Al-Qiyamah 28

Suuratu Al-Qiyamah Aayah 28 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Namni duaa jiru sun) ‘dhugumatti, inni (addunyaa kana irraa) adda…

Suuratu Aayah 28/40 — Suuratu Al-Qiyamah القيامة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qiyamah Caqasi, Suuratu Al-Qiyamah Hiikkaa, Suuratu Al-Qiyamah mp3, Suuratu Al-Qiyamah pdf. Aayah 26–30. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers