Al-Insan · 12/31
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Insan
وَجَزَاهُم بِمَا صَبَرُوا جَنَّةً وَحَرِيرًا ١٢
Transliteration
Wa jazaahum bimaa sabaroo janatanw wa hareeraa
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Sababa isaan obsaniifis jannataafi hariira galata isaaniif galche
🎧 Caqasi
📜 Aayah 10-14 — Al-Insan
10إِنَّا نَخَافُ مِن رَّبِّنَا يَوْمًا عَبُوسًا قَمْطَرِيرًا
Dhugumatti, nuti Gooftaa keenya irraa Guyyaa fuula guuraa hammaataa tae sodaanna.”
11فَوَقَاهُمُ اللَّهُ شَرَّ ذَٰلِكَ الْيَوْمِ وَلَقَّاهُمْ نَضْرَةً وَسُرُورًا
Rabbiinis hamtuu guyyaa gaafasii irraa isaan tikseeti (fuula isaaniis) ifaafi gammachuu qunnamsiise
12وَجَزَاهُم بِمَا صَبَرُوا جَنَّةً وَحَرِيرًا
Sababa isaan obsaniifis jannataafi hariira galata isaaniif galche
13مُّتَّكِئِينَ فِيهَا عَلَى الْأَرَائِكِ ۖ لَا يَرَوْنَ فِيهَا شَمْسًا وَلَا زَمْهَرِيرًا
Ishee keessatti sireewwan irratti hirkatanii, odoo ishee keessatti aduufi qorra hamaa hin argine (jiraatu)
14وَدَانِيَةً عَلَيْهِمْ ظِلَالُهَا وَذُلِّلَتْ قُطُوفُهَا تَذْلِيلًا
Haala gaaddisni ishee isaan irratti gadi dhihoo, firiiwwan ishees isaaniif laaffifamuu laaffifamteen (jannata seenu)
Al-InsanTarreeffama Qur'ana
31Aayah
MedinanRevelation
12Aayah
Hiikkaa — Al-Insan 12
Suuratu Al-Insan Aayah 12 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sababa isaan obsaniifis jannataafi hariira galata isaaniif galcheSuuratu Aayah 12/31 — Al-Insan الإنسان (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Insan Caqasi, Al-Insan Hiikkaa, Al-Insan mp3, Al-Insan pdf. Aayah 10–14. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








