Al-Insan · 9/31
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Insan
إِنَّمَا نُطْعِمُكُمْ لِوَجْهِ اللَّهِ لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَاءً وَلَا شُكُورًا ۝٩
Innaamaa nut`imukum li wajhil laahi laa nureedu minkum jazaaa`anw wa laa shukooraa
📖 Afaan Oromoon
(Ni jedhu): "dhugumatti, wanti nuti isin nyaachifnuuf Fuula Rabbii qofaafi; isin irraa mindaas taee galata wahii hin barbaannu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 7-11 — Suuratu Al-Insan

7يُوفُونَ بِالنَّذْرِ وَيَخَافُونَ يَوْمًا كَانَ شَرُّهُ مُسْتَطِيرًا
Qodhaa (nazrii) isaanii ni guutu; guyyaa hamtuun isaa babalatus ni sodaatu
8وَيُطْعِمُونَ الطَّعَامَ عَلَىٰ حُبِّهِ مِسْكِينًا وَيَتِيمًا وَأَسِيرًا
Nyaatas ofii jaallachuu wajjin hiyyeessa, yatiimaafi boojiamaas nyaachisu
9إِنَّمَا نُطْعِمُكُمْ لِوَجْهِ اللَّهِ لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَاءً وَلَا شُكُورًا
(Ni jedhu): "dhugumatti, wanti nuti isin nyaachifnuuf Fuula Rabbii qofaafi; isin irraa mindaas taee galata wahii hin barbaannu
10إِنَّا نَخَافُ مِن رَّبِّنَا يَوْمًا عَبُوسًا قَمْطَرِيرًا
Dhugumatti, nuti Gooftaa keenya irraa Guyyaa fuula guuraa hammaataa tae sodaanna.”
11فَوَقَاهُمُ اللَّهُ شَرَّ ذَٰلِكَ الْيَوْمِ وَلَقَّاهُمْ نَضْرَةً وَسُرُورًا
Rabbiinis hamtuu guyyaa gaafasii irraa isaan tikseeti (fuula isaaniis) ifaafi gammachuu qunnamsiise
Al-InsanTarreeffama Qur'ana
31Aayah
MedinanRevelation
9Aayah

Hiikkaa — Al-Insan 9

Suuratu Al-Insan Aayah 9 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Ni jedhu): "dhugumatti, wanti nuti isin nyaachifnuuf Fuula Rabbii qofaafi;…

Suuratu Aayah 9/31 — Suuratu Al-Insan الإنسان (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Insan Caqasi, Suuratu Al-Insan Hiikkaa, Suuratu Al-Insan mp3, Suuratu Al-Insan pdf. Aayah 7–11. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers