An-Naba · 24/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Naba
لَّا يَذُوقُونَ فِيهَا بَرْدًا وَلَا شَرَابًا ۝٢٤
Laa ya zooqoona feeha bar daw walaa sharaaba
📖 Afaan Oromoon
Ishee keessatti qabbanas taee dhugaatii hin dhandhamanu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 22-26 — Suuratu An-Naba

22لِّلطَّاغِينَ مَآبًا
Warra daangaa dabraniif iddoo deebiiti
23لَّابِثِينَ فِيهَا أَحْقَابًا
Yeroo dheeraaf ishee keessa turu
24لَّا يَذُوقُونَ فِيهَا بَرْدًا وَلَا شَرَابًا
Ishee keessatti qabbanas taee dhugaatii hin dhandhamanu
25إِلَّا حَمِيمًا وَغَسَّاقًا
Bishaan akkaan danfaafi malaa malee [dhugaatii biraa hin argatanu]
26جَزَاءً وِفَاقًا
Mindaa wal madaalu [mindeeffaman]
An-NabaTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
24Aayah

Hiikkaa — An-Naba 24

Suuratu An-Naba Aayah 24 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ishee keessatti qabbanas taee dhugaatii hin dhandhamanu

Suuratu Aayah 24/40 — Suuratu An-Naba النبأ (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Naba Caqasi, Suuratu An-Naba Hiikkaa, Suuratu An-Naba mp3, Suuratu An-Naba pdf. Aayah 22–26. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers