An-Nazi'at · 28/46
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nazi'at
رَفَعَ سَمْكَهَا فَسَوَّاهَا ۝٢٨
Raf`a sam kaha fasaw waaha
📖 Afaan Oromoon
Ijaarsa ishee ol fuudhee, ishee wal qixxeesse

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 26-30 — Suuratu An-Nazi'at

26إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَعِبْرَةً لِّمَن يَخْشَىٰ
Dugumatti, kana keessa nama Rabbiin sodaatuuf gorsatu jira
27أَأَنتُمْ أَشَدُّ خَلْقًا أَمِ السَّمَاءُ ۚ بَنَاهَا
Sila uumaa keessantu irra jabaata moo samii dha? Inni (Rabbiin) ishee ni ijaare
28رَفَعَ سَمْكَهَا فَسَوَّاهَا
Ijaarsa ishee ol fuudhee, ishee wal qixxeesse
29وَأَغْطَشَ لَيْلَهَا وَأَخْرَجَ ضُحَاهَا
Halkan ishee dukkaneessee guyyaa ishee ibse
30وَالْأَرْضَ بَعْدَ ذَٰلِكَ دَحَاهَا
Dachii sana booda sirreesse
An-Nazi'atTarreeffama Qur'ana
46Aayah
MeccanRevelation
28Aayah

Hiikkaa — An-Nazi'at 28

Suuratu An-Nazi'at Aayah 28 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ijaarsa ishee ol fuudhee, ishee wal qixxeesse

Suuratu Aayah 28/46 — Suuratu An-Nazi'at النازعات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nazi'at Caqasi, Suuratu An-Nazi'at Hiikkaa, Suuratu An-Nazi'at mp3, Suuratu An-Nazi'at pdf. Aayah 26–30. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers