Al-Mutaffifin · 14/36
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mutaffifin
كَلَّا ۖ بَلْ ۜ رَانَ عَلَىٰ قُلُوبِهِم مَّا كَانُوا يَكْسِبُونَ ۝١٤
Kallaa bal raana `alaa quloobihim maa kaanoo yaksiboon
📖 Afaan Oromoon
Haa dhorgamanu! Dhugumatti wanti isaan hojjataa turan onnee isaanii haguuge

🎧 Caqasi


📜 Aayah 12-16 — Suuratu Al-Mutaffifin

12وَمَا يُكَذِّبُ بِهِ إِلَّا كُلُّ مُعْتَدٍ أَثِيمٍ
Daangaa darbitoota dilaawoo cufa ta’e malee namni isa kijibsiisu hin jiru
13إِذَا تُتْلَىٰ عَلَيْهِ آيَاتُنَا قَالَ أَسَاطِيرُ الْأَوَّلِينَ
Yeroo keeyyattoonni Keenya isaan irratti qaraamte"ogbarruu warra duriiti" jedha
14كَلَّا ۖ بَلْ ۜ رَانَ عَلَىٰ قُلُوبِهِم مَّا كَانُوا يَكْسِبُونَ
Haa dhorgamanu! Dhugumatti wanti isaan hojjataa turan onnee isaanii haguuge
15كَلَّا إِنَّهُمْ عَن رَّبِّهِمْ يَوْمَئِذٍ لَّمَحْجُوبُونَ
Dhagayaa! Isaan guyyaa san Gooftaa isaanii irraa haguugamoodha
16ثُمَّ إِنَّهُمْ لَصَالُو الْجَحِيمِ
Ergasii isaan ibidda galtoota
Al-MutaffifinTarreeffama Qur'ana
36Aayah
MeccanRevelation
14Aayah

Hiikkaa — Al-Mutaffifin 14

Suuratu Al-Mutaffifin Aayah 14 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Haa dhorgamanu! Dhugumatti wanti isaan hojjataa turan onnee isaanii haguuge

Suuratu Aayah 14/36 — Suuratu Al-Mutaffifin المطففين (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mutaffifin Caqasi, Suuratu Al-Mutaffifin Hiikkaa, Suuratu Al-Mutaffifin mp3, Suuratu Al-Mutaffifin pdf. Aayah 12–16. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers