Al-Mutaffifin · 13/36
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mutaffifin
إِذَا تُتْلَىٰ عَلَيْهِ آيَاتُنَا قَالَ أَسَاطِيرُ الْأَوَّلِينَ ۝١٣
Izaa tutlaa`alaihi aayaatunaa qaala asaateerul awwaleen
📖 Afaan Oromoon
Yeroo keeyyattoonni Keenya isaan irratti qaraamte"ogbarruu warra duriiti" jedha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 11-15 — Suuratu Al-Mutaffifin

11الَّذِينَ يُكَذِّبُونَ بِيَوْمِ الدِّينِ
Isaan guyyaa murtii sobsiisaniif
12وَمَا يُكَذِّبُ بِهِ إِلَّا كُلُّ مُعْتَدٍ أَثِيمٍ
Daangaa darbitoota dilaawoo cufa ta’e malee namni isa kijibsiisu hin jiru
13إِذَا تُتْلَىٰ عَلَيْهِ آيَاتُنَا قَالَ أَسَاطِيرُ الْأَوَّلِينَ
Yeroo keeyyattoonni Keenya isaan irratti qaraamte"ogbarruu warra duriiti" jedha
14كَلَّا ۖ بَلْ ۜ رَانَ عَلَىٰ قُلُوبِهِم مَّا كَانُوا يَكْسِبُونَ
Haa dhorgamanu! Dhugumatti wanti isaan hojjataa turan onnee isaanii haguuge
15كَلَّا إِنَّهُمْ عَن رَّبِّهِمْ يَوْمَئِذٍ لَّمَحْجُوبُونَ
Dhagayaa! Isaan guyyaa san Gooftaa isaanii irraa haguugamoodha
Al-MutaffifinTarreeffama Qur'ana
36Aayah
MeccanRevelation
13Aayah

Hiikkaa — Al-Mutaffifin 13

Suuratu Al-Mutaffifin Aayah 13 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo keeyyattoonni Keenya isaan irratti qaraamte"ogbarruu warra duriiti" jedha

Suuratu Aayah 13/36 — Suuratu Al-Mutaffifin المطففين (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mutaffifin Caqasi, Suuratu Al-Mutaffifin Hiikkaa, Suuratu Al-Mutaffifin mp3, Suuratu Al-Mutaffifin pdf. Aayah 11–15. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers