Al-Mutaffifin · 15/36
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mutaffifin
كَلَّا إِنَّهُمْ عَن رَّبِّهِمْ يَوْمَئِذٍ لَّمَحْجُوبُونَ ۝١٥
Kallaaa innahum `ar Rabbihim yawma`izil lamah jooboon
📖 Afaan Oromoon
Dhagayaa! Isaan guyyaa san Gooftaa isaanii irraa haguugamoodha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 13-17 — Suuratu Al-Mutaffifin

13إِذَا تُتْلَىٰ عَلَيْهِ آيَاتُنَا قَالَ أَسَاطِيرُ الْأَوَّلِينَ
Yeroo keeyyattoonni Keenya isaan irratti qaraamte"ogbarruu warra duriiti" jedha
14كَلَّا ۖ بَلْ ۜ رَانَ عَلَىٰ قُلُوبِهِم مَّا كَانُوا يَكْسِبُونَ
Haa dhorgamanu! Dhugumatti wanti isaan hojjataa turan onnee isaanii haguuge
15كَلَّا إِنَّهُمْ عَن رَّبِّهِمْ يَوْمَئِذٍ لَّمَحْجُوبُونَ
Dhagayaa! Isaan guyyaa san Gooftaa isaanii irraa haguugamoodha
16ثُمَّ إِنَّهُمْ لَصَالُو الْجَحِيمِ
Ergasii isaan ibidda galtoota
17ثُمَّ يُقَالُ هَٰذَا الَّذِي كُنتُم بِهِ تُكَذِّبُونَ
Ergasii "inni kun isa isin sobsiisaa turtan" jedhama
Al-MutaffifinTarreeffama Qur'ana
36Aayah
MeccanRevelation
15Aayah

Hiikkaa — Al-Mutaffifin 15

Suuratu Al-Mutaffifin Aayah 15 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhagayaa! Isaan guyyaa san Gooftaa isaanii irraa haguugamoodha

Suuratu Aayah 15/36 — Suuratu Al-Mutaffifin المطففين (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mutaffifin Caqasi, Suuratu Al-Mutaffifin Hiikkaa, Suuratu Al-Mutaffifin mp3, Suuratu Al-Mutaffifin pdf. Aayah 13–17. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers