Al-Inshiqaq · 23/25
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Inshiqaq
وَاللَّهُ أَعْلَمُ بِمَا يُوعُونَ ۝٢٣
Wallaahu a`lamu bimaa yoo`oon
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin irra beekaa waan isaan (onnee isaanii keessatti) walitti qabaniiti

🎧 Caqasi


📜 Aayah 21-25 — Suuratu Al-Inshiqaq

21وَإِذَا قُرِئَ عَلَيْهِمُ الْقُرْآنُ لَا يَسْجُدُونَ ۩
Yeroo Quraanni isaan irratti qaraamus sujuuda hin buan
22بَلِ الَّذِينَ كَفَرُوا يُكَذِّبُونَ
Dhugumaatti, warri kafaran ni sobsiisu
23وَاللَّهُ أَعْلَمُ بِمَا يُوعُونَ
Rabbiin irra beekaa waan isaan (onnee isaanii keessatti) walitti qabaniiti
24فَبَشِّرْهُم بِعَذَابٍ أَلِيمٍ
Adaba laalessaadhaan isaan gammachiisi
25إِلَّا الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ لَهُمْ أَجْرٌ غَيْرُ مَمْنُونٍ
Garuu isaan amananii gaggaarii hojjatan isaaniif mindaa hin cinnetu jira
Al-InshiqaqTarreeffama Qur'ana
25Aayah
MeccanRevelation
23Aayah

Hiikkaa — Al-Inshiqaq 23

Suuratu Al-Inshiqaq Aayah 23 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin irra beekaa waan isaan (onnee isaanii keessatti) walitti qabaniiti

Suuratu Aayah 23/25 — Suuratu Al-Inshiqaq الإنشقاق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Inshiqaq Caqasi, Suuratu Al-Inshiqaq Hiikkaa, Suuratu Al-Inshiqaq mp3, Suuratu Al-Inshiqaq pdf. Aayah 21–25. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers