At-Tariq · 4/17
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tariq
إِن كُلُّ نَفْسٍ لَّمَّا عَلَيْهَا حَافِظٌ ۝٤
In kullu nafsil lammaa `alaihaa haafiz
📖 Afaan Oromoon
Lubbuun hundi tiksaan ishee irra jiraatu malee hin hafu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 2-6 — Suuratu At-Tariq

2وَمَا أَدْرَاكَ مَا الطَّارِقُ
(Urjii) halkan dhufaa ta’e maaltu si beeksise
3النَّجْمُ الثَّاقِبُ
(Inni) urjii ifti isaa dukkana uraa ta’eedha
4إِن كُلُّ نَفْسٍ لَّمَّا عَلَيْهَا حَافِظٌ
Lubbuun hundi tiksaan ishee irra jiraatu malee hin hafu
5فَلْيَنظُرِ الْإِنسَانُ مِمَّ خُلِقَ
Namni maal irraa akka uumame haa ilaalu
6خُلِقَ مِن مَّاءٍ دَافِقٍ
Bishaan utaalaa irraa uumame
At-TariqTarreeffama Qur'ana
17Aayah
MeccanRevelation
4Aayah

Hiikkaa — At-Tariq 4

Suuratu At-Tariq Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Lubbuun hundi tiksaan ishee irra jiraatu malee hin hafu

Suuratu Aayah 4/17 — Suuratu At-Tariq الطارق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tariq Caqasi, Suuratu At-Tariq Hiikkaa, Suuratu At-Tariq mp3, Suuratu At-Tariq pdf. Aayah 2–6. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers