At-Tariq · 5/17
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tariq
فَلْيَنظُرِ الْإِنسَانُ مِمَّ خُلِقَ ۝٥
Fal yanzuril insaanu mimma khuliq
📖 Afaan Oromoon
Namni maal irraa akka uumame haa ilaalu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 3-7 — Suuratu At-Tariq

3النَّجْمُ الثَّاقِبُ
(Inni) urjii ifti isaa dukkana uraa ta’eedha
4إِن كُلُّ نَفْسٍ لَّمَّا عَلَيْهَا حَافِظٌ
Lubbuun hundi tiksaan ishee irra jiraatu malee hin hafu
5فَلْيَنظُرِ الْإِنسَانُ مِمَّ خُلِقَ
Namni maal irraa akka uumame haa ilaalu
6خُلِقَ مِن مَّاءٍ دَافِقٍ
Bishaan utaalaa irraa uumame
7يَخْرُجُ مِن بَيْنِ الصُّلْبِ وَالتَّرَائِبِ
Jidduu dugdaatiifi qomaatii kan ba’u
At-TariqTarreeffama Qur'ana
17Aayah
MeccanRevelation
5Aayah

Hiikkaa — At-Tariq 5

Suuratu At-Tariq Aayah 5 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Namni maal irraa akka uumame haa ilaalu

Suuratu Aayah 5/17 — Suuratu At-Tariq الطارق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tariq Caqasi, Suuratu At-Tariq Hiikkaa, Suuratu At-Tariq mp3, Suuratu At-Tariq pdf. Aayah 3–7. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers