At-Tariq · 3/17
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tariq
النَّجْمُ الثَّاقِبُ ۝٣
Annajmus saaqib
📖 Afaan Oromoon
(Inni) urjii ifti isaa dukkana uraa ta’eedha

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 1-5 — Suuratu At-Tariq

1وَالسَّمَاءِ وَالطَّارِقِ
Samiifi (urjii) halkan dhufaa ta’eenin (kakadha)
2وَمَا أَدْرَاكَ مَا الطَّارِقُ
(Urjii) halkan dhufaa ta’e maaltu si beeksise
3النَّجْمُ الثَّاقِبُ
(Inni) urjii ifti isaa dukkana uraa ta’eedha
4إِن كُلُّ نَفْسٍ لَّمَّا عَلَيْهَا حَافِظٌ
Lubbuun hundi tiksaan ishee irra jiraatu malee hin hafu
5فَلْيَنظُرِ الْإِنسَانُ مِمَّ خُلِقَ
Namni maal irraa akka uumame haa ilaalu
At-TariqTarreeffama Qur'ana
17Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — At-Tariq 3

Suuratu At-Tariq Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Inni) urjii ifti isaa dukkana uraa ta’eedha

Suuratu Aayah 3/17 — Suuratu At-Tariq الطارق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tariq Caqasi, Suuratu At-Tariq Hiikkaa, Suuratu At-Tariq mp3, Suuratu At-Tariq pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers