Al-A'la · 10/19
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-A'la
سَيَذَّكَّرُ مَن يَخْشَىٰ ۝١٠
Sa yazzakkaru maiyakhshaa
📖 Afaan Oromoon
Namni Rabbiin sodaatu gorfamuuf jira
🎧 Caqasi

📜 Aayah 8-12 — Al-A'la

8وَنُيَسِّرُكَ لِلْيُسْرَىٰ
Nuti karaa laaftuu taateef si laaffifna
9فَذَكِّرْ إِن نَّفَعَتِ الذِّكْرَىٰ
Yoo yaadachiisni kan fayyadu ta’e yaadachiisi
10سَيَذَّكَّرُ مَن يَخْشَىٰ
Namni Rabbiin sodaatu gorfamuuf jira
11وَيَتَجَنَّبُهَا الْأَشْقَى
Hoongaaan ishee irraa fagaata
12الَّذِي يَصْلَى النَّارَ الْكُبْرَىٰ
Inni ibidda guddoo seenu
Al-A'laTarreeffama Qur'ana
19Aayah
MeccanRevelation
10Aayah

Hiikkaa — Al-A'la 10

Suuratu Al-A'la Aayah 10 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Namni Rabbiin sodaatu gorfamuuf jira

Suuratu Aayah 10/19 — Al-A'la الأعلى (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-A'la Caqasi, Al-A'la Hiikkaa, Al-A'la mp3, Al-A'la pdf. Aayah 8–12. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers