Al-A'la · 9/19
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-A'la
فَذَكِّرْ إِن نَّفَعَتِ الذِّكْرَىٰ ۝٩
Fazakkir in nafa`atizzikraa
📖 Afaan Oromoon
Yoo yaadachiisni kan fayyadu ta’e yaadachiisi

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 7-11 — Suuratu Al-A'la

7إِلَّا مَا شَاءَ اللَّهُ ۚ إِنَّهُ يَعْلَمُ الْجَهْرَ وَمَا يَخْفَىٰ
Waan Rabbiin fedhe maleeInni mul’ataafi dhokataas ni beeka
8وَنُيَسِّرُكَ لِلْيُسْرَىٰ
Nuti karaa laaftuu taateef si laaffifna
9فَذَكِّرْ إِن نَّفَعَتِ الذِّكْرَىٰ
Yoo yaadachiisni kan fayyadu ta’e yaadachiisi
10سَيَذَّكَّرُ مَن يَخْشَىٰ
Namni Rabbiin sodaatu gorfamuuf jira
11وَيَتَجَنَّبُهَا الْأَشْقَى
Hoongaaan ishee irraa fagaata
Al-A'laTarreeffama Qur'ana
19Aayah
MeccanRevelation
9Aayah

Hiikkaa — Al-A'la 9

Suuratu Al-A'la Aayah 9 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo yaadachiisni kan fayyadu ta’e yaadachiisi

Suuratu Aayah 9/19 — Suuratu Al-A'la الأعلى (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-A'la Caqasi, Suuratu Al-A'la Hiikkaa, Suuratu Al-A'la mp3, Suuratu Al-A'la pdf. Aayah 7–11. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers