Al-A'la · 12/19
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-A'la
الَّذِي يَصْلَى النَّارَ الْكُبْرَىٰ ۝١٢
Allazee yaslan Naaral kubraa
📖 Afaan Oromoon
Inni ibidda guddoo seenu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 10-14 — Suuratu Al-A'la

10سَيَذَّكَّرُ مَن يَخْشَىٰ
Namni Rabbiin sodaatu gorfamuuf jira
11وَيَتَجَنَّبُهَا الْأَشْقَى
Hoongaaan ishee irraa fagaata
12الَّذِي يَصْلَى النَّارَ الْكُبْرَىٰ
Inni ibidda guddoo seenu
13ثُمَّ لَا يَمُوتُ فِيهَا وَلَا يَحْيَىٰ
Ergasii ishee keessatti hin duu; hin jiraatus
14قَدْ أَفْلَحَ مَن تَزَكَّىٰ
Dhugumatti, namni of qulqulleeffate milkaa’e
Al-A'laTarreeffama Qur'ana
19Aayah
MeccanRevelation
12Aayah

Hiikkaa — Al-A'la 12

Suuratu Al-A'la Aayah 12 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inni ibidda guddoo seenu

Suuratu Aayah 12/19 — Suuratu Al-A'la الأعلى (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-A'la Caqasi, Suuratu Al-A'la Hiikkaa, Suuratu Al-A'la mp3, Suuratu Al-A'la pdf. Aayah 10–14. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers