Ash-Shams · 10/15
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shams
وَقَدْ خَابَ مَن دَسَّاهَا ۝١٠
Wa qad khaaba man dassaahaa
📖 Afaan Oromoon
Namni ishee xureesses dhugaatti hoonga’e

🎧 Caqasi


📜 Aayah 8-12 — Suuratu Ash-Shams

8فَأَلْهَمَهَا فُجُورَهَا وَتَقْوَاهَا
Kan jal’ina isheefi qajeeluma ishee ishee barsiise
9قَدْ أَفْلَحَ مَن زَكَّاهَا
Namni ishee qulqulleesse dhugumatti milkaa’e
10وَقَدْ خَابَ مَن دَسَّاهَا
Namni ishee xureesses dhugaatti hoonga’e
11كَذَّبَتْ ثَمُودُ بِطَغْوَاهَا
Samuud daangaa dabruu isheetiin kijibsiifte
12إِذِ انبَعَثَ أَشْقَاهَا
Yeroo irra jallaan ishee ka’u (kijibsiifte)
Ash-ShamsTarreeffama Qur'ana
15Aayah
MeccanRevelation
10Aayah

Hiikkaa — Ash-Shams 10

Suuratu Ash-Shams Aayah 10 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Namni ishee xureesses dhugaatti hoonga’e

Suuratu Aayah 10/15 — Suuratu Ash-Shams الشمس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shams Caqasi, Suuratu Ash-Shams Hiikkaa, Suuratu Ash-Shams mp3, Suuratu Ash-Shams pdf. Aayah 8–12. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers