Ash-Shams · 9/15
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shams
قَدْ أَفْلَحَ مَن زَكَّاهَا ۝٩
Qad aflaha man zakkaahaa
📖 Afaan Oromoon
Namni ishee qulqulleesse dhugumatti milkaa’e

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 7-11 — Suuratu Ash-Shams

7وَنَفْسٍ وَمَا سَوَّاهَا
Lubbuufi kan ishee uumeenis
8فَأَلْهَمَهَا فُجُورَهَا وَتَقْوَاهَا
Kan jal’ina isheefi qajeeluma ishee ishee barsiise
9قَدْ أَفْلَحَ مَن زَكَّاهَا
Namni ishee qulqulleesse dhugumatti milkaa’e
10وَقَدْ خَابَ مَن دَسَّاهَا
Namni ishee xureesses dhugaatti hoonga’e
11كَذَّبَتْ ثَمُودُ بِطَغْوَاهَا
Samuud daangaa dabruu isheetiin kijibsiifte
Ash-ShamsTarreeffama Qur'ana
15Aayah
MeccanRevelation
9Aayah

Hiikkaa — Ash-Shams 9

Suuratu Ash-Shams Aayah 9 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Namni ishee qulqulleesse dhugumatti milkaa’e

Suuratu Aayah 9/15 — Suuratu Ash-Shams الشمس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shams Caqasi, Suuratu Ash-Shams Hiikkaa, Suuratu Ash-Shams mp3, Suuratu Ash-Shams pdf. Aayah 7–11. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers