Ash-Shams · 11/15
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shams
كَذَّبَتْ ثَمُودُ بِطَغْوَاهَا ۝١١
Kazzabat Samoodu bi taghwaahaaa
📖 Afaan Oromoon
Samuud daangaa dabruu isheetiin kijibsiifte

🎧 Caqasi


📜 Aayah 9-13 — Suuratu Ash-Shams

9قَدْ أَفْلَحَ مَن زَكَّاهَا
Namni ishee qulqulleesse dhugumatti milkaa’e
10وَقَدْ خَابَ مَن دَسَّاهَا
Namni ishee xureesses dhugaatti hoonga’e
11كَذَّبَتْ ثَمُودُ بِطَغْوَاهَا
Samuud daangaa dabruu isheetiin kijibsiifte
12إِذِ انبَعَثَ أَشْقَاهَا
Yeroo irra jallaan ishee ka’u (kijibsiifte)
13فَقَالَ لَهُمْ رَسُولُ اللَّهِ نَاقَةَ اللَّهِ وَسُقْيَاهَا
Ergamaan Rabbiis isaaniin “gaala Rabbiitiifi dhugaatii ishee (eeggadhaa)” jedhe
Ash-ShamsTarreeffama Qur'ana
15Aayah
MeccanRevelation
11Aayah

Hiikkaa — Ash-Shams 11

Suuratu Ash-Shams Aayah 11 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Samuud daangaa dabruu isheetiin kijibsiifte

Suuratu Aayah 11/15 — Suuratu Ash-Shams الشمس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shams Caqasi, Suuratu Ash-Shams Hiikkaa, Suuratu Ash-Shams mp3, Suuratu Ash-Shams pdf. Aayah 9–13. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers