At-Takwir · 22/29
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Takwir
وَمَا صَاحِبُكُم بِمَجْنُونٍ ۝٢٢
Wa maa saahibukum bimajnoon
📖 Afaan Oromoon
Saahibni keessan (Muhammad SAW!) maraataa miti

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 20-24 — Suuratu At-Takwir

20ذِي قُوَّةٍ عِندَ ذِي الْعَرْشِ مَكِينٍ
(Ergamaa) abbaa humnaa tae, kan Gooftaa Arshii biratti iddoo jabaa qabu
21مُّطَاعٍ ثَمَّ أَمِينٍ
Bakka sanatti ajajni isaa fudhatamaafi amanamaa kan tae
22وَمَا صَاحِبُكُم بِمَجْنُونٍ
Saahibni keessan (Muhammad SAW!) maraataa miti
23وَلَقَدْ رَآهُ بِالْأُفُقِ الْمُبِينِ
Dhugumatti, inni moggaa ol aanaa (samii) ifa galaa (gara Bahaa) keessatti isa argee jira
24وَمَا هُوَ عَلَى الْغَيْبِ بِضَنِينٍ
Inni (Nabiyyiin) beekumsa fagoo irratti donaa miti (hin dhoksu)
At-TakwirTarreeffama Qur'ana
29Aayah
MeccanRevelation
22Aayah

Hiikkaa — At-Takwir 22

Suuratu At-Takwir Aayah 22 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Saahibni keessan (Muhammad SAW!) maraataa miti

Suuratu Aayah 22/29 — Suuratu At-Takwir التكوير (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Takwir Caqasi, Suuratu At-Takwir Hiikkaa, Suuratu At-Takwir mp3, Suuratu At-Takwir pdf. Aayah 20–24. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers