At-Takwir · 20/29
Hiikkaa Sagaleeffama — At-Takwir
ذِي قُوَّةٍ عِندَ ذِي الْعَرْشِ مَكِينٍ ۝٢٠
Zee quwwatin `inda zil `arshi makeen
📖 Afaan Oromoon
(Ergamaa) abbaa humnaa tae, kan Gooftaa Arshii biratti iddoo jabaa qabu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 18-22 — At-Takwir

18وَالصُّبْحِ إِذَا تَنَفَّسَ
Bariittillee yeroo inni diriiren (kakadha)
19إِنَّهُ لَقَوْلُ رَسُولٍ كَرِيمٍ
Dhugumatti, inni (Quraanni) kun jecha Ergamaa kabajamaati
20ذِي قُوَّةٍ عِندَ ذِي الْعَرْشِ مَكِينٍ
(Ergamaa) abbaa humnaa tae, kan Gooftaa Arshii biratti iddoo jabaa qabu
21مُّطَاعٍ ثَمَّ أَمِينٍ
Bakka sanatti ajajni isaa fudhatamaafi amanamaa kan tae
22وَمَا صَاحِبُكُم بِمَجْنُونٍ
Saahibni keessan (Muhammad SAW!) maraataa miti
At-TakwirTarreeffama Qur'ana
29Aayah
MeccanRevelation
20Aayah

Hiikkaa — At-Takwir 20

Suuratu At-Takwir Aayah 20 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Ergamaa) abbaa humnaa tae, kan Gooftaa Arshii biratti iddoo jabaa…

Suuratu Aayah 20/29 — At-Takwir التكوير (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: At-Takwir Caqasi, At-Takwir Hiikkaa, At-Takwir mp3, At-Takwir pdf. Aayah 18–22. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers