At-Takwir · 29/29
Hiikkaa Sagaleeffama — At-Takwir
وَمَا تَشَاءُونَ إِلَّا أَن يَشَاءَ اللَّهُ رَبُّ الْعَالَمِينَ ۝٢٩
Wa maa tashaaa`oona illaaa ai yashaaa `al laahu Rabbul `Aalameen
📖 Afaan Oromoon
Yoo Rabbiin aalama hundaa fedhe malee isin homaa hin feetanu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 27-29 — At-Takwir

27إِنْ هُوَ إِلَّا ذِكْرٌ لِّلْعَالَمِينَ
Inni aalama hundaaf gorsa malee homaa miti
28لِمَن شَاءَ مِنكُمْ أَن يَسْتَقِيمَ
Nama isin irraa qajeeluma fedheef (gorsa taa)
29وَمَا تَشَاءُونَ إِلَّا أَن يَشَاءَ اللَّهُ رَبُّ الْعَالَمِينَ
Yoo Rabbiin aalama hundaa fedhe malee isin homaa hin feetanu
At-TakwirTarreeffama Qur'ana
29Aayah
MeccanRevelation
29Aayah

Hiikkaa — At-Takwir 29

Suuratu At-Takwir Aayah 29 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo Rabbiin aalama hundaa fedhe malee isin homaa hin feetanu

Suuratu Aayah 29/29 — At-Takwir التكوير (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: At-Takwir Caqasi, At-Takwir Hiikkaa, At-Takwir mp3, At-Takwir pdf. Aayah 27–29. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers