At-Takwir · 19/29
Hiikkaa Sagaleeffama — At-Takwir
إِنَّهُ لَقَوْلُ رَسُولٍ كَرِيمٍ ۝١٩
Innahoo laqawlu rasoolin kareem
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, inni (Quraanni) kun jecha Ergamaa kabajamaati

🎧 Caqasi


📜 Aayah 17-21 — At-Takwir

17وَاللَّيْلِ إِذَا عَسْعَسَ
Halkaniinis yeroo inni dukkanaa’en (kakadha)
18وَالصُّبْحِ إِذَا تَنَفَّسَ
Bariittillee yeroo inni diriiren (kakadha)
19إِنَّهُ لَقَوْلُ رَسُولٍ كَرِيمٍ
Dhugumatti, inni (Quraanni) kun jecha Ergamaa kabajamaati
20ذِي قُوَّةٍ عِندَ ذِي الْعَرْشِ مَكِينٍ
(Ergamaa) abbaa humnaa tae, kan Gooftaa Arshii biratti iddoo jabaa qabu
21مُّطَاعٍ ثَمَّ أَمِينٍ
Bakka sanatti ajajni isaa fudhatamaafi amanamaa kan tae
At-TakwirTarreeffama Qur'ana
29Aayah
MeccanRevelation
19Aayah

Hiikkaa — At-Takwir 19

Suuratu At-Takwir Aayah 19 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, inni (Quraanni) kun jecha Ergamaa kabajamaati

Suuratu Aayah 19/29 — At-Takwir التكوير (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: At-Takwir Caqasi, At-Takwir Hiikkaa, At-Takwir mp3, At-Takwir pdf. Aayah 17–21. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers