At-Takwir · 23/29
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Takwir
وَلَقَدْ رَآهُ بِالْأُفُقِ الْمُبِينِ ۝٢٣
Wa laqad ra aahu bilufuqil mubeen
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, inni moggaa ol aanaa (samii) ifa galaa (gara Bahaa) keessatti isa argee jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 21-25 — Suuratu At-Takwir

21مُّطَاعٍ ثَمَّ أَمِينٍ
Bakka sanatti ajajni isaa fudhatamaafi amanamaa kan tae
22وَمَا صَاحِبُكُم بِمَجْنُونٍ
Saahibni keessan (Muhammad SAW!) maraataa miti
23وَلَقَدْ رَآهُ بِالْأُفُقِ الْمُبِينِ
Dhugumatti, inni moggaa ol aanaa (samii) ifa galaa (gara Bahaa) keessatti isa argee jira
24وَمَا هُوَ عَلَى الْغَيْبِ بِضَنِينٍ
Inni (Nabiyyiin) beekumsa fagoo irratti donaa miti (hin dhoksu)
25وَمَا هُوَ بِقَوْلِ شَيْطَانٍ رَّجِيمٍ
Innis (Quraanni) jecha sheeyxaana darbamaa miti
At-TakwirTarreeffama Qur'ana
29Aayah
MeccanRevelation
23Aayah

Hiikkaa — At-Takwir 23

Suuratu At-Takwir Aayah 23 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, inni moggaa ol aanaa (samii) ifa galaa (gara Bahaa)…

Suuratu Aayah 23/29 — Suuratu At-Takwir التكوير (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Takwir Caqasi, Suuratu At-Takwir Hiikkaa, Suuratu At-Takwir mp3, Suuratu At-Takwir pdf. Aayah 21–25. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers