At-Takwir · 21/29
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Takwir
مُّطَاعٍ ثَمَّ أَمِينٍ ۝٢١
Mutaa`in samma ameen
📖 Afaan Oromoon
Bakka sanatti ajajni isaa fudhatamaafi amanamaa kan tae

🎧 Caqasi


📜 Aayah 19-23 — Suuratu At-Takwir

19إِنَّهُ لَقَوْلُ رَسُولٍ كَرِيمٍ
Dhugumatti, inni (Quraanni) kun jecha Ergamaa kabajamaati
20ذِي قُوَّةٍ عِندَ ذِي الْعَرْشِ مَكِينٍ
(Ergamaa) abbaa humnaa tae, kan Gooftaa Arshii biratti iddoo jabaa qabu
21مُّطَاعٍ ثَمَّ أَمِينٍ
Bakka sanatti ajajni isaa fudhatamaafi amanamaa kan tae
22وَمَا صَاحِبُكُم بِمَجْنُونٍ
Saahibni keessan (Muhammad SAW!) maraataa miti
23وَلَقَدْ رَآهُ بِالْأُفُقِ الْمُبِينِ
Dhugumatti, inni moggaa ol aanaa (samii) ifa galaa (gara Bahaa) keessatti isa argee jira
At-TakwirTarreeffama Qur'ana
29Aayah
MeccanRevelation
21Aayah

Hiikkaa — At-Takwir 21

Suuratu At-Takwir Aayah 21 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Bakka sanatti ajajni isaa fudhatamaafi amanamaa kan tae

Suuratu Aayah 21/29 — Suuratu At-Takwir التكوير (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Takwir Caqasi, Suuratu At-Takwir Hiikkaa, Suuratu At-Takwir mp3, Suuratu At-Takwir pdf. Aayah 19–23. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers