At-Takwir · 16/29
Hiikkaa Sagaleeffama — At-Takwir
الْجَوَارِ الْكُنَّسِ ۝١٦
Al jawaaril kunnas
📖 Afaan Oromoon
(Urjiiwwan) yaa’aa seenaa ta’aniinin (kakadha)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 14-18 — At-Takwir

14عَلِمَتْ نَفْسٌ مَّا أَحْضَرَتْ
Lubbuun waan dalagatte beekteetti
15فَلَا أُقْسِمُ بِالْخُنَّسِ
(Urjiiwwan) guyyaa badanii halkan mulataniinin kakadha
16الْجَوَارِ الْكُنَّسِ
(Urjiiwwan) yaa’aa seenaa ta’aniinin (kakadha)
17وَاللَّيْلِ إِذَا عَسْعَسَ
Halkaniinis yeroo inni dukkanaa’en (kakadha)
18وَالصُّبْحِ إِذَا تَنَفَّسَ
Bariittillee yeroo inni diriiren (kakadha)
At-TakwirTarreeffama Qur'ana
29Aayah
MeccanRevelation
16Aayah

Hiikkaa — At-Takwir 16

Suuratu At-Takwir Aayah 16 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Urjiiwwan) yaa’aa seenaa ta’aniinin (kakadha)

Suuratu Aayah 16/29 — At-Takwir التكوير (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: At-Takwir Caqasi, At-Takwir Hiikkaa, At-Takwir mp3, At-Takwir pdf. Aayah 14–18. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers